SlideShare a Scribd company logo
1 of 39
DHIBEE BAASAA FI HAQQEE
ARIFACHISAA/CHOLERA
April
18,
2024
1
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
BAAFATA
 Seensa
 Kaayyoo
 Maalummaa Baasaa fi Haqqee Arifachisaa
 Mallattoolee dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa
 Karaalee Dhibeen baasaa fi haqqee arifachisaa
ittiin daddarbuu
 Mala ittisa dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa
 Akkaataa Yaala dhibee baasaa fi haqqee
arifachisaa /case management
April
18,
2024
2
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
BAAFATA
 Qophii Bufaata ykn iddoo yaala dhibee baasaa fi
haqqee arifachisaa /CTC
April
18,
2024
3
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
SEENNSA
 Dhibeen baasaa fi haqqee arifachisaa dhibee rakkoo
fayyaa hawaasa, hanqinna qulqullina naannoo, nyaataa,
dhugaatii fi dhiqannaa harkaatiin kan nama qabuu yoo
ta’u, dhibeen kun yoo nama qabe dhangala’aa nafa
keessaa bifa baasaa fi haaqqeen dhangalaasee
dhukkubsaticha yeroo gabaabaa keessatti du’aaf saaxila.
Kanaafu Namoonni dhibee kanaan qabamuu hawaasa
keessattii yooshakkaamee tajaajila wal’aansa mana
keessaa tasifamaafi hatattaman gara dhaabbiilee fayyaa
dhiheenyattii argamu deemuun wal’aansa barbaachisuu
akka argatuu taasisuun barbachisaadha .
April
18,
2024
4
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA
 Kan nama qabu jarmii gosa baakteriyaa Vibiriyoo
kooleriye Jedhamuni
April
18,
2024
5
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
Vivirio cholerie
WEERARRII DHIBEE BAASAA FI HAQQEE
ARIFACHISAA AKKAAMITTI KA’UU DANDA’A
 Namoonnii Iddoo weerarrii jiru irraa, bakka weerarrii
hinjirreetti yoo socha’an
 Namoonnii iddoo weerarrii hin jirree irraa, gara weerarrii
jiruu yoo socha’an
 Iddoo kanaan dura dhibeen kun mul’atee jiru(endemic),
sababa namoota maddinummaan isaani gadi bu’een
irraa garabirootti tatamsa’uu.
April
18,
2024
6
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
ITTI FUFAA….
 Hanqinna qulqullinna naannoo
 Hanqinna qulqullina nyaataa fi bishaan
 Mana fincaanii boodaa fi nyaata dura harka
saamunaan dhiqachuu dhabuu
 Mana fincaaniittii fayyadamu dhabuu
April
18,
2024
7
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
KARAALEE DHUKKUBNII KUN ITTI DADDARBUU
Harkaa-gara afaanii/feco-oral sababa
 Hanqinna qulqullinna naannoo
 Hanqinna qulqullina nyaataa fi bishaan
 Mana fincaanii boodaa fi nyaata dura harka
saamunaan dhiqachuu dhabuu
 Mana fincaaniittii fayyadamu dhabuu
 Kuduraa fi muduraa qulqullina isaa hin
eeggamnee nyaachuu dhisuu
April
18,
2024
8
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MALLATTOOLEE DHIBEE BAASAA FI HAQQEE
ARIFACHISAA
 Baasaa bishaan ruuzii affeellamee fakkaatuu
fi qal’inni isaa bishaan boombaa keessa yaa’u
fakkaatuu
 Haqqee wal-irraa hin cinnee
 Bol’achuu naannoo ijaa
 Hennaa gogaan harkifamuu(skin pinch) dafee
walitti deebi’uu dhabuu
April
18,
2024
9
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
ITTI FUFA…
 Dheebochuu fi dhuguuf feedha qabaachuu hennaa
midhama jidduu galessaa
 Dadhabbii ciimaa
 Of wallaaluu
April
18,
2024
10
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
DHIBAMA DHIBEE BAASAA FI HAQQEE
ARIFACHIISAAN QABAMEE
April
18,
2024
11
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MALA ITTISA DHIBEE BAASAA FI HAQQEE
ARIFACHISAA
 Mana fincaaittii fayyadamuu
 Qulqulliinnaa naannoo eeguu
 Harka Mana fincaanii boodaa fi nyaata dura
saamunaan dhiqachuu
 Qulqullina nyaataa fi bishaanii eeguu
 Nyaata kuduraa fi muduraa affeeluu ykn
qulqullinna isaanii sirriittii eeganii fayyadamuu
April
18,
2024
12
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
ITTIIFUFA…
 Hordooffii fi faana dhawinsa dhibee weeraraan
ka’aan cimsuun, yoo mul’atan haatattamaan
to’achuu fi wal’aanuu
 Hubannoo hawaasaa dhibee baasaa fi haqqee
arifachisaa irrattii kennuu
April
18,
2024
13
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
HUBANNOON DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA
OGEESSOOTAA FI HOJJAATTOOTA BUUFATA FAYYYAA
SADDIIQAAF YEROO KEAAMUU
April
18,
2024
14
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
HUBANNOON DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA
OGEESSOOTAA FI HOJJAATTOOTA BUUFATA FAYYYAA
SADDIIQAAF YEROO KEAAMUU
April
18,
2024
15
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
BUUFATA FAYYAA SADDIIQAATTII DHIBEEBAASAA FI HAQQEE
ARIFACHISAA IRRAATTI YEROO HUBANNOON HAWAASAA KENNAMU
April
18,
2024
16
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
EGGUMSA QULQULLINA MANA FINCAANII
 Qulqullina keessa Mana fincaanii eeguu
 Mannii fincaaii qadaada qabaachuu
 Bobbaa daa’immanii poppoodhaan seeraan mana
fincaiitti maqsuu
 Iddoo mana fincaanii saamunaa fi bishaan
dhiqannaa harkaaf ka’uu
 Namoonnii raasaattii akka hin bobbaanee dhorkuu
April
18,
2024
17
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MANA FINCAANITTI QULQULLINNAN FAYYADAMUUN
DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA
ITTISUUN NI DANDA’AAMAA.
April
18,
2024
18
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
EGGUUMSA QULQULLIINNAA NAANNOO
 Kosii goggogaa, haaraa, balfa gogaa mana
keessaa fi naannoo qe’ee boolla gosii gogaa
keessatt gatuu
 Balfa dhangala’aa Bollaa dhangala’aa keessa
dhangalasuu
 Dikee beeyladootaa iddoo tokkottii kusuun awwaluu
ykn akka kompostiittii fayyadamu
April
18,
2024
19
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
EGGUMSA QULQULLINA NYAATAA
 Nyaannii madda isaa irraa kan hinfaallamnee ta’uu
mirkaneessuu, kuniis faalama keemikaalawaa ykn
baayolojikaalawaan ta’uu danda’aa
 Yeroo qophii irraa jalqabee hanga dhiyaatee
nyaatamuutt qulqullinna isaa eeguu
 Gosa nyaataa bilchaachuu qaban bilcheessanii
nyaachuu
 Kan dhiqamani nyaataman seeraan keemicaalaan
dhiqanii fayyadamuu
April
18,
2024
20
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
EGGUMSA QULQULLINA BISHAANII
 Bishaan keemikaalaan qulqulla’ee fayyadamuu
 Bishaan haroo ykn maddaa danfisanii dhuguu
 Bishaan qodaa keessa ka’aaniin fi itti dhuganiin
akka huin fallamnee ittisuu
April
18,
2024
21
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
AKKAATAA YAALA DHIBEE BAASAA FI HAQQEE
ARIFACHISAA /CASE MANAGEMENT
 Wal’aansii dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa
hammeenya/severity isaa irratti hunda’a
 Mana keessattii:- ORS mana keessattii qophaa’uu
qopheessanii hanga dhaabbilee fayyaa dhufan
obaasuu
 Akkataa ORS mana keessaa qopheessan:-
Bishaan Qulqulluu litira 1 keessattii sukkaara
Fal’aana 2 fi sogiddaa fal’aana 1 waliin shafuun
dhukkubsataa obaasaa hatattamaan gara
dhaabbilee fayyaa geessuu
April
18,
2024
22
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
ITTI FUFA
 ORS (dhangala’aa albudaa afaaniin kennamu obaasuu
 Ringer lactate through IV line/gilikosii dhangala’aa hidda
dhigaan kennuu
 Anti biotic like doxycycline/dawaa farra baakteriyaa
April
18,
2024
23
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
QOPHII BUFAATA YKN IDDOO YAALA DHIBEE BAASAA
FI HAQQEE ARIFACHISAA /CTC
 Iddoo dhabbilee fayyaa, iddoo gabayaa fi mana
jireenyaa dhanfaa irraa fageenya qabaachuu qaba
 Iddoo CTC/ iddoo yaala dhibee baasaa fi haqqee
arifachisaa ta’uu ogeessaa fayyaa fi qaama
hoggasa hawaasaa waliitahuumurteessuu
April
18,
2024
24
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
CTC KEESSATTI AKKAATAA DHIBAMAA ITTII
TAJAAJILANI FI SEERA BAHA- GALA
April
18,
2024
25
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
AKKATAA IJAARSA CTC
April
18,
2024
26
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
AKKATAA IJAARSA CTC
April
18,
2024
27
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
QOPHII IJAARSA CTC
 Lafa Bal’ina qabu
 Dukkaana 4 yoo xiqqaatee
 Meshaalee ijaarsa dallaa
 Mana fincaanii 2 yoo xiqqaatee
 Boolla kosii gogaa 1 yoo xiqqaatee
 Boolla jidhaa lama yoo xiqqatee
 Meeshaalee dhiqannaa harkaa
April
18,
2024
28
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MEESHAALEE CTC KEESSATTII FAYYADAMAN
 Algaa dhibamaa/cholera beds
 Teessoowwan
 Tabilii/ tables
 Shelfii/Sanduqa dhaabbataa
 Firaashii
 Ansoolaa
 Uffata qorraa
 Rubber sheet
April
18,
2024
29
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MEESHAALEE QODAA BISHAANII FI
DANGALA’AA XURA’AA
 Jeerikaawwan
 Rottoo
 Baaldiwwan
 Jookii
 Birciqqoowwan / kubbaayyaa
 Meeshaa dhiqannaa harka
 Paampii/spray
 Saafaa …
 Pooppoo
 Gaarveejii
April
18,
2024
30
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MEESHAALEE QULQULLINAA FI
KEEMIKAALOOTA
 Saamunaa
 Barakiinaa
 Alkoolii/sanitizer
 Spoonjii barakinaa keessatti cuuphamee
 Bishaan gaarii/Huhaagar
 Chlorine
April
18,
2024
31
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MEESHAALEE FI QORICHOOTA WAL’AANSAA
 ORS
 Glukoosii
 Antibiotikii/like doxycyclie, ciproflxacilline
 IV set
 Canula
 Iv stand
 D/Glove
 S/Gloves
April
18,
2024
32
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
MEESHAALEE YAALAA
 BP apparatus
 Stetescope
 Termometer
Meeshaalee Iteshanarii
 Galmee
 Foormii gabbasa
 Cholera treatmet guideline
 Qalama
April
18,
2024
33
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
UFFATAA FI GOLGAA QAAMAA/PPE
 Mask
 Guwaantii/Gloves
 Gawoonii
 Koofiyyaa/cape
 Fullee ijaa/eye google
 boottii
April
18,
2024
34
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
ITTII FUFA …
Meeshaalee nyaata ittii dhiheessaniifi ittii qopheessan
yoo barbaachise /optional
April
18,
2024
35
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
HAALA QOPHII BISHAAN KILOORINII DHIQANNAA
ADDA ADDAATIIF FAYYADAMNU
Tajaajiila qulqullina Hamma
kiloorinii %
Dhiqanna harkaa fi
qaamaaf
0.05%
Lafa mana dhiquuf,mana
keessaa bifaaf, algaa,
meeshaa fi huccuu
dhiquuf
0.2%
Meeshaa baasaa, haqqee
fi dhangala’aa dhibamaan 2%
April
18,
2024
36
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
KILOORINIIN HAMMAA ADDA ADDAATIIN WAAN
QOPHAAHUUF HAALA FORMULA ARMAAN GADII KANAAN
QOPHEESSUU DANDEENYA.
April
18,
2024
37
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
HUMNA NAMAA
 Ogeessa fayyaa(Bsc.,HO, Nurse… )
 Qulqulleessituu
 Waardiyyaa
 Logistics
 Bilcheessituu Optional if necessary
April
18,
2024
38
Ready
By
Alemayehu
Eshetu
TOKKOO TAANE DHIBEE BAASAA FI
HAQQEE ARIFACHISAA HA DHABAMSIISNU!
Galatomaa!
Adooleessa 30, 2015
April
18,
2024
39
Ready
By
Alemayehu
Eshetu

More Related Content

Recently uploaded

Top Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any Time
Top Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any TimeTop Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any Time
Top Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any TimeCall Girls Delhi
 
Call Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableDipal Arora
 
Russian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls Jaipur
Russian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls JaipurRussian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls Jaipur
Russian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls Jaipurparulsinha
 
VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...
VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...
VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...jageshsingh5554
 
Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...
Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...
Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...CALL GIRLS
 
VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋
VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋
VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋TANUJA PANDEY
 
Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...
Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...
Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...Dipal Arora
 
Bangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual Needs
Bangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual NeedsBangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual Needs
Bangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual NeedsGfnyt
 
Call Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore Escorts
Call Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore EscortsCall Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore Escorts
Call Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore Escortsvidya singh
 
Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...
Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...
Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...Call Girls in Nagpur High Profile
 
Call Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableDipal Arora
 
Call Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableDipal Arora
 
Top Rated Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...
Top Rated  Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...Top Rated  Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...
Top Rated Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...chandars293
 
Call Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableDipal Arora
 
Lucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel room
Lucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel roomLucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel room
Lucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel roomdiscovermytutordmt
 
Russian Escorts Girls Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls Delhi
Russian Escorts Girls  Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls DelhiRussian Escorts Girls  Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls Delhi
Russian Escorts Girls Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls DelhiAlinaDevecerski
 
Call Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableDipal Arora
 
Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870 Meetin With Bangalore Esc...
Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870  Meetin With Bangalore Esc...Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870  Meetin With Bangalore Esc...
Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870 Meetin With Bangalore Esc...narwatsonia7
 
💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...
💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...
💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...Taniya Sharma
 
Call Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableDipal Arora
 

Recently uploaded (20)

Top Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any Time
Top Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any TimeTop Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any Time
Top Quality Call Girl Service Kalyanpur 6378878445 Available Call Girls Any Time
 
Call Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Mumbai Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
 
Russian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls Jaipur
Russian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls JaipurRussian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls Jaipur
Russian Call Girls in Jaipur Riya WhatsApp ❤8445551418 VIP Call Girls Jaipur
 
VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...
VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...
VIP Service Call Girls Sindhi Colony 📳 7877925207 For 18+ VIP Call Girl At Th...
 
Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...
Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...
Call Girls Service Surat Samaira ❤️🍑 8250192130 👄 Independent Escort Service ...
 
VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋
VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋
VIP Hyderabad Call Girls Bahadurpally 7877925207 ₹5000 To 25K With AC Room 💚😋
 
Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...
Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...
Best Rate (Guwahati ) Call Girls Guwahati ⟟ 8617370543 ⟟ High Class Call Girl...
 
Bangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual Needs
Bangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual NeedsBangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual Needs
Bangalore Call Girl Whatsapp Number 100% Complete Your Sexual Needs
 
Call Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore Escorts
Call Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore EscortsCall Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore Escorts
Call Girls Horamavu WhatsApp Number 7001035870 Meeting With Bangalore Escorts
 
Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...
Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...
Book Paid Powai Call Girls Mumbai 𖠋 9930245274 𖠋Low Budget Full Independent H...
 
Call Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Coimbatore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
 
Call Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Faridabad Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
 
Top Rated Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...
Top Rated  Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...Top Rated  Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...
Top Rated Hyderabad Call Girls Erragadda ⟟ 6297143586 ⟟ Call Me For Genuine ...
 
Call Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Nagpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
 
Lucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel room
Lucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel roomLucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel room
Lucknow Call girls - 8800925952 - 24x7 service with hotel room
 
Russian Escorts Girls Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls Delhi
Russian Escorts Girls  Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls DelhiRussian Escorts Girls  Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls Delhi
Russian Escorts Girls Nehru Place ZINATHI 🔝9711199012 ☪ 24/7 Call Girls Delhi
 
Call Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Jabalpur Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
 
Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870 Meetin With Bangalore Esc...
Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870  Meetin With Bangalore Esc...Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870  Meetin With Bangalore Esc...
Bangalore Call Girls Nelamangala Number 7001035870 Meetin With Bangalore Esc...
 
💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...
💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...
💎VVIP Kolkata Call Girls Parganas🩱7001035870🩱Independent Girl ( Ac Rooms Avai...
 
Call Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service AvailableCall Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
Call Girls Bangalore Just Call 9907093804 Top Class Call Girl Service Available
 

Featured

How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024Albert Qian
 
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsSocial Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsKurio // The Social Media Age(ncy)
 
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Search Engine Journal
 
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summarySpeakerHub
 
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd Clark Boyd
 
Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Tessa Mero
 
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentGoogle's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentLily Ray
 
Time Management & Productivity - Best Practices
Time Management & Productivity -  Best PracticesTime Management & Productivity -  Best Practices
Time Management & Productivity - Best PracticesVit Horky
 
The six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementThe six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementMindGenius
 
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...RachelPearson36
 
Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...
Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...
Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...Applitools
 
12 Ways to Increase Your Influence at Work
12 Ways to Increase Your Influence at Work12 Ways to Increase Your Influence at Work
12 Ways to Increase Your Influence at WorkGetSmarter
 
Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...
Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...
Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...DevGAMM Conference
 
Barbie - Brand Strategy Presentation
Barbie - Brand Strategy PresentationBarbie - Brand Strategy Presentation
Barbie - Brand Strategy PresentationErica Santiago
 
Good Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them well
Good Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them wellGood Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them well
Good Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them wellSaba Software
 
Introduction to C Programming Language
Introduction to C Programming LanguageIntroduction to C Programming Language
Introduction to C Programming LanguageSimplilearn
 

Featured (20)

How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
 
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsSocial Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
 
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
 
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
 
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
 
Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next
 
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentGoogle's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
 
How to have difficult conversations
How to have difficult conversations How to have difficult conversations
How to have difficult conversations
 
Introduction to Data Science
Introduction to Data ScienceIntroduction to Data Science
Introduction to Data Science
 
Time Management & Productivity - Best Practices
Time Management & Productivity -  Best PracticesTime Management & Productivity -  Best Practices
Time Management & Productivity - Best Practices
 
The six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementThe six step guide to practical project management
The six step guide to practical project management
 
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
 
Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...
Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...
Unlocking the Power of ChatGPT and AI in Testing - A Real-World Look, present...
 
12 Ways to Increase Your Influence at Work
12 Ways to Increase Your Influence at Work12 Ways to Increase Your Influence at Work
12 Ways to Increase Your Influence at Work
 
ChatGPT webinar slides
ChatGPT webinar slidesChatGPT webinar slides
ChatGPT webinar slides
 
More than Just Lines on a Map: Best Practices for U.S Bike Routes
More than Just Lines on a Map: Best Practices for U.S Bike RoutesMore than Just Lines on a Map: Best Practices for U.S Bike Routes
More than Just Lines on a Map: Best Practices for U.S Bike Routes
 
Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...
Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...
Ride the Storm: Navigating Through Unstable Periods / Katerina Rudko (Belka G...
 
Barbie - Brand Strategy Presentation
Barbie - Brand Strategy PresentationBarbie - Brand Strategy Presentation
Barbie - Brand Strategy Presentation
 
Good Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them well
Good Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them wellGood Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them well
Good Stuff Happens in 1:1 Meetings: Why you need them and how to do them well
 
Introduction to C Programming Language
Introduction to C Programming LanguageIntroduction to C Programming Language
Introduction to C Programming Language
 

Hubannoo_Ittisaa_fi_To'annoo_Dhibee_baasaa_fi_haqqee_arifachisaa.pptx

  • 1. DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA/CHOLERA April 18, 2024 1 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 2. BAAFATA  Seensa  Kaayyoo  Maalummaa Baasaa fi Haqqee Arifachisaa  Mallattoolee dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa  Karaalee Dhibeen baasaa fi haqqee arifachisaa ittiin daddarbuu  Mala ittisa dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa  Akkaataa Yaala dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa /case management April 18, 2024 2 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 3. BAAFATA  Qophii Bufaata ykn iddoo yaala dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa /CTC April 18, 2024 3 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 4. SEENNSA  Dhibeen baasaa fi haqqee arifachisaa dhibee rakkoo fayyaa hawaasa, hanqinna qulqullina naannoo, nyaataa, dhugaatii fi dhiqannaa harkaatiin kan nama qabuu yoo ta’u, dhibeen kun yoo nama qabe dhangala’aa nafa keessaa bifa baasaa fi haaqqeen dhangalaasee dhukkubsaticha yeroo gabaabaa keessatti du’aaf saaxila. Kanaafu Namoonni dhibee kanaan qabamuu hawaasa keessattii yooshakkaamee tajaajila wal’aansa mana keessaa tasifamaafi hatattaman gara dhaabbiilee fayyaa dhiheenyattii argamu deemuun wal’aansa barbaachisuu akka argatuu taasisuun barbachisaadha . April 18, 2024 4 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 5. DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA  Kan nama qabu jarmii gosa baakteriyaa Vibiriyoo kooleriye Jedhamuni April 18, 2024 5 Ready By Alemayehu Eshetu Vivirio cholerie
  • 6. WEERARRII DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA AKKAAMITTI KA’UU DANDA’A  Namoonnii Iddoo weerarrii jiru irraa, bakka weerarrii hinjirreetti yoo socha’an  Namoonnii iddoo weerarrii hin jirree irraa, gara weerarrii jiruu yoo socha’an  Iddoo kanaan dura dhibeen kun mul’atee jiru(endemic), sababa namoota maddinummaan isaani gadi bu’een irraa garabirootti tatamsa’uu. April 18, 2024 6 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 7. ITTI FUFAA….  Hanqinna qulqullinna naannoo  Hanqinna qulqullina nyaataa fi bishaan  Mana fincaanii boodaa fi nyaata dura harka saamunaan dhiqachuu dhabuu  Mana fincaaniittii fayyadamu dhabuu April 18, 2024 7 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 8. KARAALEE DHUKKUBNII KUN ITTI DADDARBUU Harkaa-gara afaanii/feco-oral sababa  Hanqinna qulqullinna naannoo  Hanqinna qulqullina nyaataa fi bishaan  Mana fincaanii boodaa fi nyaata dura harka saamunaan dhiqachuu dhabuu  Mana fincaaniittii fayyadamu dhabuu  Kuduraa fi muduraa qulqullina isaa hin eeggamnee nyaachuu dhisuu April 18, 2024 8 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 9. MALLATTOOLEE DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA  Baasaa bishaan ruuzii affeellamee fakkaatuu fi qal’inni isaa bishaan boombaa keessa yaa’u fakkaatuu  Haqqee wal-irraa hin cinnee  Bol’achuu naannoo ijaa  Hennaa gogaan harkifamuu(skin pinch) dafee walitti deebi’uu dhabuu April 18, 2024 9 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 10. ITTI FUFA…  Dheebochuu fi dhuguuf feedha qabaachuu hennaa midhama jidduu galessaa  Dadhabbii ciimaa  Of wallaaluu April 18, 2024 10 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 11. DHIBAMA DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHIISAAN QABAMEE April 18, 2024 11 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 12. MALA ITTISA DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA  Mana fincaaittii fayyadamuu  Qulqulliinnaa naannoo eeguu  Harka Mana fincaanii boodaa fi nyaata dura saamunaan dhiqachuu  Qulqullina nyaataa fi bishaanii eeguu  Nyaata kuduraa fi muduraa affeeluu ykn qulqullinna isaanii sirriittii eeganii fayyadamuu April 18, 2024 12 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 13. ITTIIFUFA…  Hordooffii fi faana dhawinsa dhibee weeraraan ka’aan cimsuun, yoo mul’atan haatattamaan to’achuu fi wal’aanuu  Hubannoo hawaasaa dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa irrattii kennuu April 18, 2024 13 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 14. HUBANNOON DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA OGEESSOOTAA FI HOJJAATTOOTA BUUFATA FAYYYAA SADDIIQAAF YEROO KEAAMUU April 18, 2024 14 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 15. HUBANNOON DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA OGEESSOOTAA FI HOJJAATTOOTA BUUFATA FAYYYAA SADDIIQAAF YEROO KEAAMUU April 18, 2024 15 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 16. BUUFATA FAYYAA SADDIIQAATTII DHIBEEBAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA IRRAATTI YEROO HUBANNOON HAWAASAA KENNAMU April 18, 2024 16 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 17. EGGUMSA QULQULLINA MANA FINCAANII  Qulqullina keessa Mana fincaanii eeguu  Mannii fincaaii qadaada qabaachuu  Bobbaa daa’immanii poppoodhaan seeraan mana fincaiitti maqsuu  Iddoo mana fincaanii saamunaa fi bishaan dhiqannaa harkaaf ka’uu  Namoonnii raasaattii akka hin bobbaanee dhorkuu April 18, 2024 17 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 18. MANA FINCAANITTI QULQULLINNAN FAYYADAMUUN DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA ITTISUUN NI DANDA’AAMAA. April 18, 2024 18 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 19. EGGUUMSA QULQULLIINNAA NAANNOO  Kosii goggogaa, haaraa, balfa gogaa mana keessaa fi naannoo qe’ee boolla gosii gogaa keessatt gatuu  Balfa dhangala’aa Bollaa dhangala’aa keessa dhangalasuu  Dikee beeyladootaa iddoo tokkottii kusuun awwaluu ykn akka kompostiittii fayyadamu April 18, 2024 19 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 20. EGGUMSA QULQULLINA NYAATAA  Nyaannii madda isaa irraa kan hinfaallamnee ta’uu mirkaneessuu, kuniis faalama keemikaalawaa ykn baayolojikaalawaan ta’uu danda’aa  Yeroo qophii irraa jalqabee hanga dhiyaatee nyaatamuutt qulqullinna isaa eeguu  Gosa nyaataa bilchaachuu qaban bilcheessanii nyaachuu  Kan dhiqamani nyaataman seeraan keemicaalaan dhiqanii fayyadamuu April 18, 2024 20 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 21. EGGUMSA QULQULLINA BISHAANII  Bishaan keemikaalaan qulqulla’ee fayyadamuu  Bishaan haroo ykn maddaa danfisanii dhuguu  Bishaan qodaa keessa ka’aaniin fi itti dhuganiin akka huin fallamnee ittisuu April 18, 2024 21 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 22. AKKAATAA YAALA DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA /CASE MANAGEMENT  Wal’aansii dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa hammeenya/severity isaa irratti hunda’a  Mana keessattii:- ORS mana keessattii qophaa’uu qopheessanii hanga dhaabbilee fayyaa dhufan obaasuu  Akkataa ORS mana keessaa qopheessan:- Bishaan Qulqulluu litira 1 keessattii sukkaara Fal’aana 2 fi sogiddaa fal’aana 1 waliin shafuun dhukkubsataa obaasaa hatattamaan gara dhaabbilee fayyaa geessuu April 18, 2024 22 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 23. ITTI FUFA  ORS (dhangala’aa albudaa afaaniin kennamu obaasuu  Ringer lactate through IV line/gilikosii dhangala’aa hidda dhigaan kennuu  Anti biotic like doxycycline/dawaa farra baakteriyaa April 18, 2024 23 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 24. QOPHII BUFAATA YKN IDDOO YAALA DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA /CTC  Iddoo dhabbilee fayyaa, iddoo gabayaa fi mana jireenyaa dhanfaa irraa fageenya qabaachuu qaba  Iddoo CTC/ iddoo yaala dhibee baasaa fi haqqee arifachisaa ta’uu ogeessaa fayyaa fi qaama hoggasa hawaasaa waliitahuumurteessuu April 18, 2024 24 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 25. CTC KEESSATTI AKKAATAA DHIBAMAA ITTII TAJAAJILANI FI SEERA BAHA- GALA April 18, 2024 25 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 28. QOPHII IJAARSA CTC  Lafa Bal’ina qabu  Dukkaana 4 yoo xiqqaatee  Meshaalee ijaarsa dallaa  Mana fincaanii 2 yoo xiqqaatee  Boolla kosii gogaa 1 yoo xiqqaatee  Boolla jidhaa lama yoo xiqqatee  Meeshaalee dhiqannaa harkaa April 18, 2024 28 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 29. MEESHAALEE CTC KEESSATTII FAYYADAMAN  Algaa dhibamaa/cholera beds  Teessoowwan  Tabilii/ tables  Shelfii/Sanduqa dhaabbataa  Firaashii  Ansoolaa  Uffata qorraa  Rubber sheet April 18, 2024 29 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 30. MEESHAALEE QODAA BISHAANII FI DANGALA’AA XURA’AA  Jeerikaawwan  Rottoo  Baaldiwwan  Jookii  Birciqqoowwan / kubbaayyaa  Meeshaa dhiqannaa harka  Paampii/spray  Saafaa …  Pooppoo  Gaarveejii April 18, 2024 30 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 31. MEESHAALEE QULQULLINAA FI KEEMIKAALOOTA  Saamunaa  Barakiinaa  Alkoolii/sanitizer  Spoonjii barakinaa keessatti cuuphamee  Bishaan gaarii/Huhaagar  Chlorine April 18, 2024 31 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 32. MEESHAALEE FI QORICHOOTA WAL’AANSAA  ORS  Glukoosii  Antibiotikii/like doxycyclie, ciproflxacilline  IV set  Canula  Iv stand  D/Glove  S/Gloves April 18, 2024 32 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 33. MEESHAALEE YAALAA  BP apparatus  Stetescope  Termometer Meeshaalee Iteshanarii  Galmee  Foormii gabbasa  Cholera treatmet guideline  Qalama April 18, 2024 33 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 34. UFFATAA FI GOLGAA QAAMAA/PPE  Mask  Guwaantii/Gloves  Gawoonii  Koofiyyaa/cape  Fullee ijaa/eye google  boottii April 18, 2024 34 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 35. ITTII FUFA … Meeshaalee nyaata ittii dhiheessaniifi ittii qopheessan yoo barbaachise /optional April 18, 2024 35 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 36. HAALA QOPHII BISHAAN KILOORINII DHIQANNAA ADDA ADDAATIIF FAYYADAMNU Tajaajiila qulqullina Hamma kiloorinii % Dhiqanna harkaa fi qaamaaf 0.05% Lafa mana dhiquuf,mana keessaa bifaaf, algaa, meeshaa fi huccuu dhiquuf 0.2% Meeshaa baasaa, haqqee fi dhangala’aa dhibamaan 2% April 18, 2024 36 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 37. KILOORINIIN HAMMAA ADDA ADDAATIIN WAAN QOPHAAHUUF HAALA FORMULA ARMAAN GADII KANAAN QOPHEESSUU DANDEENYA. April 18, 2024 37 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 38. HUMNA NAMAA  Ogeessa fayyaa(Bsc.,HO, Nurse… )  Qulqulleessituu  Waardiyyaa  Logistics  Bilcheessituu Optional if necessary April 18, 2024 38 Ready By Alemayehu Eshetu
  • 39. TOKKOO TAANE DHIBEE BAASAA FI HAQQEE ARIFACHISAA HA DHABAMSIISNU! Galatomaa! Adooleessa 30, 2015 April 18, 2024 39 Ready By Alemayehu Eshetu